LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 18:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Yetroon abbiyyuun Musee, ilmaan Musee fi haadha manaa isaa wajjin gara Musee isa lafa onaa keessatti gaara Waaqa dhugaa+ bira buufatee jiru sanaa ni dhufe.

  • Baʼuu 19:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Israaʼelonni biyya Gibxiitii baʼanii jiʼa sadaffaa isaatti, guyyuma sanatti gara lafa onaa Siinaa ni dhufan. 2 Isaan Refiidimii+ baʼanii gara lafa onaa Siinaa dhufanii, lafa onaa keessa buufatan. Israaʼelonni achuma gaaricha fuuldura buufatan.+

  • Lakkoofsa 1:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 1 Isaan biyya Gibxii keessaa baʼanii waggaa lammaffaa isaatti, waggicha keessaas jiʼa lammaffaatti, jiʼicha keessaa immoo guyyaa jalqabaatti+ Yihowaan lafa onaa Siinaatti dunkaana walgaʼii+ keessatti Museetti ni dubbate.+ Akkana jedhe:

  • Lakkoofsa 3:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Haa taʼu malee, Naadaabii fi Abihuun yommuu lafa onaa Siinaa keessatti Yihowaa duratti ibidda isa hin heyyamamne dhiheessanitti+ Yihowaa duratti waan ajjeefamaniif, isaan ijoollee dhiiraa hin qaban turan. Eleʼazaarii+ fi Itaamaar+ garuu abbaa isaanii Aaronii wajjin luboota taʼanii tajaajiluu isaanii itti fufan.

  • Lakkoofsa 9:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Israaʼelonni biyya Gibxii keessaa erga baʼanii booda waggaa lammaffaa keessaa jiʼa isa jalqabaatti, lafa onaa Siinaa keessatti Yihowaan Museedhaan akkana jedhe:+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi