2 Achiis Iyyaasuun ilmi Nuun Shitiim+ keessaa dhoksaatti basaastota godhee namoota lama ni erge. Innis, “Dhaqaatii biyyattii, keessumaa immoo Yerikoo qoradhaa” isaaniin jedhe. Kanaafuu, isaan gara mana dubartii sagaagaltuu Rahaab+ jedhamtu tokkoo dhaqanii achi taaʼan.