LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 9:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Kana malees, ani qaama dhiiga lubbuu keessanii dhangalaasu kam iyyuu itti gaafatamaa nan godha. Uumama jiraataa kam iyyuu itti gaafatamaa nan godha; akkasumas nama kam iyyuu lubbuu obboleessa isaatiif itti gaafatamaa nan godha.+

  • Baʼuu 21:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Namni tokko akka malee nama kan biraatti aaree, taʼe jedhee yoo isa ajjeese,+ iddoo aarsaa kootii yoo taʼe illee nama sana baasiitii ajjeesi.+

  • Keessa Deebii 19:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Ati* isaaf hin gaddin; gaarii akka siif taʼuufis yakka dhiiga qulqulluu dhangalaasuudhaan dhufu Israaʼel keessaa balleessi.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi