Leewwota 24:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 “‘Namni tokko lubbuu namaa yoo balleesse,* mamii tokko malee haa ajjeefamu.+ Leewwota 24:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Namni horii tokko rukutee ajjeese kiisii isaa haa kaffalu;+ namni nama rukutee ajjeese garuu haa ajjeefamu.+ Lakkoofsa 35:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 “‘Dhiigni lafattii waan xureessuuf, lafa irra jiraattan hin xureessinaa;+ dhiiga nama dhiiga sana dhangalaase sanaatiin yoo taʼe malee, dhiiga lafa irratti dhangalaʼeef wanti araara argamsiisu hin jiru.+ 2 Saamuʼel 21:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Bara Daawititti waggaa sadiif walitti aansee beelli ni taʼe;+ kanaafuu, Daawit Yihowaa ni gaafate; Yihowaanis, “Inni Gibeʼonota waan ajjeeseef, Saaʼolii fi manni isaa dhiiga dhangalaasuudhaan itti gaafatamu” jedhe.+
21 Namni horii tokko rukutee ajjeese kiisii isaa haa kaffalu;+ namni nama rukutee ajjeese garuu haa ajjeefamu.+
33 “‘Dhiigni lafattii waan xureessuuf, lafa irra jiraattan hin xureessinaa;+ dhiiga nama dhiiga sana dhangalaase sanaatiin yoo taʼe malee, dhiiga lafa irratti dhangalaʼeef wanti araara argamsiisu hin jiru.+
21 Bara Daawititti waggaa sadiif walitti aansee beelli ni taʼe;+ kanaafuu, Daawit Yihowaa ni gaafate; Yihowaanis, “Inni Gibeʼonota waan ajjeeseef, Saaʼolii fi manni isaa dhiiga dhangalaasuudhaan itti gaafatamu” jedhe.+