Uumama 4:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Sana booda Qaayin obboleessa isaa Abeeliin, “Kottu, gara dirreetti haa baanu” jedhe. Utuma dirree keessa jiraniis, Qaayin obboleessa isaa Abeeliin rukutee ajjeese.+ Uumama 4:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Yeroo kanatti Waaqayyo akkana jedhe: “Wanti ati goote kun maali dha? Kunoo, dhiigni obboleessa keetii lafa irraa gara kootti iyyachaa jira.+ Faarfannaa 106:38 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 38 Dhiiga qulqulluu,Dhiiga ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa isaaniiWarra waaqolii tolfamoo Kanaʼaaniif aarsaa godhan+ sanaa dhangalaasuu isaanii hin dhiisne;+Biyyattiinis dhiigaan ni faalamte. Luqaas 11:50 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 50 kanaafuu, dhaloonni kun dhiiga raajotaa yeroo addunyaan hundeeffamee jalqabee dhangalaʼe hundumaatiif itti gaafatama;*+
8 Sana booda Qaayin obboleessa isaa Abeeliin, “Kottu, gara dirreetti haa baanu” jedhe. Utuma dirree keessa jiraniis, Qaayin obboleessa isaa Abeeliin rukutee ajjeese.+
10 Yeroo kanatti Waaqayyo akkana jedhe: “Wanti ati goote kun maali dha? Kunoo, dhiigni obboleessa keetii lafa irraa gara kootti iyyachaa jira.+
38 Dhiiga qulqulluu,Dhiiga ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa isaaniiWarra waaqolii tolfamoo Kanaʼaaniif aarsaa godhan+ sanaa dhangalaasuu isaanii hin dhiisne;+Biyyattiinis dhiigaan ni faalamte.
50 kanaafuu, dhaloonni kun dhiiga raajotaa yeroo addunyaan hundeeffamee jalqabee dhangalaʼe hundumaatiif itti gaafatama;*+