LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 19:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 “Haa taʼu malee, namni tokko nama kan biraa jibbee+ riphee eeggachuudhaan akka malee rukutee yoo isa* madeesse, namni sunis yoo duʼe, innis magaalota kana keessaa gara isa tokkootti yoo baqate, 12 jaarsoliin magaalaa isaa achii isa fichisiisanii nama haaloo baʼutti dabarsanii isa haa kennan; innis haa ajjeefamu.+

  • 1 Mootota 1:50
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 50 Adoniyaanis Solomooniin kan kaʼe ni sodaate; kanaafuu, kaʼee dhaqee gaanfota iddoo aarsaa qabate.+

  • 1 Mootota 2:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Achiis Solomoon Mootichi, “Yoʼaab gara dunkaana Yihowaatti baqatee achi iddoo aarsaa cinaa jira” jedhamee itti himame. Kanaafuu Solomoon, “Dhaqi, isa ajjeesi!” jedhee Benaayaa ilma Yehoyaadaa erge.

  • 1 Yohaannis 3:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Namni obboleessa isaa jibbu hundi nama nama ajjeesu dha;+ namni nama ajjeesu hundi immoo jireenyi bara baraa isa keessa akka hin jiraanne beektu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi