-
Baʼuu 21:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 “Namni rukutee nama ajjeese kam iyyuu haa ajjeefamu.+
-
-
Lakkoofsa 35:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 “‘Haa taʼu malee, namni sun miʼa sibiilaatiin nama tokko yoo rukutee fi namichi yoo duʼe, namni sun nama lubbuu balleesse dha. Namni lubbuu balleesse sun mamii tokko malee ajjeefamuu qaba.+
-
-
Keessa Deebii 27:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 “‘Namni riphee eeggatee nama ajjeesu abaaramaa haa taʼu.’+ (Namoonni hundis, ‘Ameen!’ jedhanii deebisu.)
-