-
Baʼuu 20:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 “Hin ajjeesin.+
-
-
Baʼuu 21:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 “Namni rukutee nama ajjeese kam iyyuu haa ajjeefamu.+
-
-
Lakkoofsa 35:31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
31 Namni lubbuu balleesse mamii tokko malee ajjeefamuu waan qabuuf, lubbuu nama duʼuu qabu kanaatiif furii hin fudhatinaa.+
-