LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 21:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Namni tokko akka malee nama kan biraatti aaree, taʼe jedhee yoo isa ajjeese,+ iddoo aarsaa kootii yoo taʼe illee nama sana baasiitii ajjeesi.+

  • Baʼuu 38:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 Inni muka laaftoo irraa iddoo aarsaa aarsaan gubamu irratti dhihaatu ni ijaare. Iddoon aarsaa sun dheerinni isaa dhundhuma* shan, dalgi isaa dhundhuma shan, ol dheerinni isaa immoo dhundhuma sadii taʼee rogni isaa arfan wal qixa ture.+ 2 Achiis golee isaa arfan irratti gaanfota ni tolche. Gaanfonni isaas iddoo aarsaa sanaa wajjin qaama tokko turan. Iddoo aarsaa sanas sibiila diimaadhaan ni uwwise.+

  • 1 Mootota 2:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Yoʼaab Abishaalomiin+ kan hin deggerre taʼus, Adoniyaa+ waan deggereef, inni yommuu oduu kana dhagaʼu, gara dunkaana Yihowaatti+ baqatee gaanfota iddoo aarsaa ni qabate.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi