Baʼuu 26:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 “Huccuuwwan dunkaanaa quncee talbaa baʼeessa taʼee foʼame, foʼaa bifa cuquliisaa, suufii bifa dhiilgee fi foʼaa diimaa irraa tolfaman kudhan irraa godoo qulqulluu+ naaf tolchi. Isaan irrattis fakkii kiruubelotaa+ ni dhoofta.+
26 “Huccuuwwan dunkaanaa quncee talbaa baʼeessa taʼee foʼame, foʼaa bifa cuquliisaa, suufii bifa dhiilgee fi foʼaa diimaa irraa tolfaman kudhan irraa godoo qulqulluu+ naaf tolchi. Isaan irrattis fakkii kiruubelotaa+ ni dhoofta.+