-
Leewwota 6:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 “‘Seerri aarsaa midhaanii kana dha:+ Isin warri ilmaan Aaron taatan, iddoo aarsaa fuulduratti Yihowaa duratti isa ni dhiheessitu.
-
-
Leewwota 7:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 “‘Seerri aarsaa yakkaa+ kana dha: Inni hundumaa caalaa qulqulluu dha.
-
-
Leewwota 10:12, 13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Achiis Museen Aaroniin, akkasumas Eleʼazaarii fi Itaamaar warra ilmaan Aaron taʼanii fi lubbuudhaan oolaniin akkana jedhe: “Kun hundumaa caalaa qulqulluu waan taʼeef,+ aarsaawwan midhaanii aarsaawwan Yihowaa ibiddaan dhihaatan irraa hafan akka maxinootti tolchaatii iddoo aarsaa biratti nyaadhaa.+ 13 Inni aarsaawwan Yihowaa ibiddaan dhihaatan keessaa gaʼee kee fi gaʼee ilmaan keetii waan taʼeef, isin iddoo qulqulluu keessatti isa nyaadhaa;+ sababiin isaas, wantin ajajame kana dha.
-