Uumama 30:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Achiis Liyaan, “Waaqayyo kennaa naaf kenneera; eeyyee, kennaa gaarii naaf kenneera. Ani ilmaan jaʼa waanan isaaf daʼeef,+ dhuma irratti abbaan manaa koo naaf obsa”+ jette. Kanaafuu, maqaa isaa Zaabiloon*+ jettee moggaaste. Lakkoofsa 2:7, 8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Itti aansuudhaan gosti Zaabiloon ni buufata; Eeliyaab+ ilmi Heloon ajajaa ilmaan Zaabilooni. 8 Warri raayyaa waraanaa isaa keessatti galmeeffaman 57,400 turan.+
20 Achiis Liyaan, “Waaqayyo kennaa naaf kenneera; eeyyee, kennaa gaarii naaf kenneera. Ani ilmaan jaʼa waanan isaaf daʼeef,+ dhuma irratti abbaan manaa koo naaf obsa”+ jette. Kanaafuu, maqaa isaa Zaabiloon*+ jettee moggaaste.
7 Itti aansuudhaan gosti Zaabiloon ni buufata; Eeliyaab+ ilmi Heloon ajajaa ilmaan Zaabilooni. 8 Warri raayyaa waraanaa isaa keessatti galmeeffaman 57,400 turan.+