-
Uumama 30:4-6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Akka kanaan ishiin tajaajiltuu ishii Biilhaa fuutee haadha manaa akka isaaf taatuuf Yaaqoobiif kennite; innis ishii wajjin saalqunnamtii raawwate.+ 5 Biilhaanis ni ulfoofte; boodas Yaaqoobiif ilma ni deesse. 6 Achiis Raahel, “Waaqayyo abbaa murtii naaf taʼe; sagalee koos dhagaʼee ilma naaf kenne” jette. Maqaa isaas Daan*+ jettee kan moggaaste kanaafi.
-