-
Lakkoofsa 26:48Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
48 Ilmaan Niftaalem+ akka maatii maatii isaaniitti kanneen kana turan: Yaahziʼel keessaa maatii Yaahziʼelotaa, Guunii keessaa maatii Guunotaa,
-