LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 25:37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 Ibsaawwan torbas isaaf ni tolchita; ibsaawwan kun yeroo qabsiifamanittis iddoo isa fuuldura isaanii jirutti ni ifu.+

  • Baʼuu 40:24, 25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Baattuu ibsaa+ sanas dunkaana walgaʼii keessa, minjaalicha fuuldura kallattii kibbaa godoo qulqulluu sanaatiin ni kaaʼe. 25 Achiis akkuma Yihowaan Musee ajajetti Yihowaa duratti ibsaawwan sana ni qabsiise.+

  • Leewwota 24:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 “Yeroo hundumaa ibsaawwan sun akka ifaniif,+ zayitii qulqulluu ejersa tumame irraa argamuu fi ibsaadhaaf taʼu akka sii fidan Israaʼelota ajaji.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi