Baʼuu 29:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 “Aaronii fi ilmaan isaa balbala dunkaana walgaʼii duratti+ dhiheessitee bishaaniin isaan dhiqxa.+ Isaayyaas 52:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Irraa goraa, irraa goraa, achii baʼaa,+ wanta xuraaʼaa tokko illees hin tuqinaa!+ Isin warri miʼawwan mana Yihowaa baattan,+Ishii gidduudhaa baʼaa,+ qulqulluus taʼaa.
11 Irraa goraa, irraa goraa, achii baʼaa,+ wanta xuraaʼaa tokko illees hin tuqinaa!+ Isin warri miʼawwan mana Yihowaa baattan,+Ishii gidduudhaa baʼaa,+ qulqulluus taʼaa.