Baʼuu 31:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Waaqayyos Gaara Siinaa irratti isaa wajjin dubbatee akkuma xumureen, gabateewwan Dhugaa Baatuu+ lama, jechuunis gabateewwan dhagaa quba Waaqayyootiin+ irratti barreeffame sana Museetti ni kenne.
18 Waaqayyos Gaara Siinaa irratti isaa wajjin dubbatee akkuma xumureen, gabateewwan Dhugaa Baatuu+ lama, jechuunis gabateewwan dhagaa quba Waaqayyootiin+ irratti barreeffame sana Museetti ni kenne.