LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 7:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Aarsaa Yihowaadhaaf ibiddaan dhihaatu akka taʼuufis cooma sana handaraafa isaa wajjin harka isaatiin ni fida;+ achiis asii fi achi sochoosuudhaan Yihowaa duratti aarsaa sochoofamu godhee ni dhiheessa.+

  • Lakkoofsa 8:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Kanaafuu, Leewwonni of ni qulqulleessan; uffata isaaniis ni miiccatan;+ sana booda Aaron aarsaa asii fi achi sochoofamu godhee Yihowaa duratti isaan dhiheesse.*+ Achiis Aaron isaan qulqulleessuuf araara isaaniif ni argamsiise.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi