LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 2:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 “Dunkaanni walgaʼichaa yommuu iddoo biraatti geeffamu,+ buufanni Leewwotaa buufatawwan kaan gidduu haa taʼu.

      “Isaan tokkoon tokkoon isaanii iddoo isaanii utuu hin gadhiisin akkuma buufatanii turan sanatti, akka garee isaanii isa gosa sadi sadiin hirametti haa deeman.+

  • Lakkoofsa 3:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Maatiiwwan Geershonotaa godoo qulqulluu duubaan+ kallattii dhihaatiin buufatanii turan.

  • Lakkoofsa 3:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Maatiiwwan ilmaan Qehaat godoo qulqulluu irraa kallattii kibbaatiin buufatanii turan.+

  • Lakkoofsa 3:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Ajajaan mana abbootii maatiiwwan Meraarii Zuriʼel ilma Abihaayil ture. Isaan godoo qulqulluu sana irraa kallattii kaabaatiin buufatanii turan.+

  • Lakkoofsa 3:38
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 Godoo qulqulluu fuuldura gara kallattii bahaatti, jechuunis dunkaana walgaʼii fuuldura gara aduun baatuun kan buufatan Musee, Aaronii fi ilmaan isaa turan. Kun dirqama isaan Israaʼelotaaf raawwatan waan taʼeef, iddoo qulqulluu sana kunuunsuuf itti gaafatamummaa qabu turan. Namni isaaf hin heyyamamne* kam iyyuu yoo achitti dhihaate ni ajjeefama.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi