Lakkoofsa 1:4, 5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 “Tokkoon tokkoon gosaa keessaa nama tokko fudhadhaa deemaa; tokkoon tokkoon isaaniis dura buutota manneen abbootii isaanii haa taʼan.+ 5 Maqaan namoota isinii wajjin dhaabbatanii kanneen kana dha: gosa Ruuben keessaa Elizuur+ ilma Shedeʼur, Lakkoofsa 2:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 “Gareen Ruuben+ inni gosoota sadii qabate akka garee garee* isaatti kallattii kibbaatiin ni buufata; Elizuur+ ilmi Shedeʼur ajajaa ilmaan Ruubeni.
4 “Tokkoon tokkoon gosaa keessaa nama tokko fudhadhaa deemaa; tokkoon tokkoon isaaniis dura buutota manneen abbootii isaanii haa taʼan.+ 5 Maqaan namoota isinii wajjin dhaabbatanii kanneen kana dha: gosa Ruuben keessaa Elizuur+ ilma Shedeʼur,
10 “Gareen Ruuben+ inni gosoota sadii qabate akka garee garee* isaatti kallattii kibbaatiin ni buufata; Elizuur+ ilmi Shedeʼur ajajaa ilmaan Ruubeni.