LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 13:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Yommuu gara Negeebitti ol baʼanis, gara Kebroon+ ishii Ahimaan, Sheshaayii fi Taalmaay+ warri Anaaqim+ taʼan keessa jiraachaa turanii ni dhufan. Kebroon kan ijaaramte, Zoʼaan ishiin Gibxii ijaaramuu ishii waggaa torba dura ture.

  • Lakkoofsa 13:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Achittis Nefiliimota, jechuunis ilmaan Anaaq+ warra sanyii Nefiliim taʼan argineerra; ija keenyaanis taʼe ija isaaniitiin yeroo wal bira qabamnee ilaalamnu nuti isaaniif akka kuruphisaa ti.”

  • Keessa Deebii 1:27, 28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Dunkaanota keessan keessattis akkana jettanii gungumuu keessan itti fuftan: ‘Yihowaan Amooronni haxaaʼanii akka nu balleessaniif harka isaaniitti dabarsee nu kennuuf biyya Gibxii keessaa kan nu baase waan nu jibbeefi. 28 Gara iddoo akkamii dhaqaa jirra? Obboloonni keenya, “Isaan namoota nu caalaa guguddoo fi dhedheeroo taʼani dha; magaalonni isaaniis guguddoo fi dallaawwan dhagaa samii bira gaʼan kan qabani dha;+ ilmaan Anaaqiimiinis+ achitti argineerra” jedhanii nu sossodaachisan.’*+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi