32 Isin garuu, kana hundumaa booda illee, Waaqa keessan Yihowaa+ 33 isa akka basaastuutti bakka buufattan sana isiniif ilaaluuf daandicha irratti isin dura deemaa ture hin amanne. Daandii irra adeemuu qabdan isinitti argisiisuuf halkan ibiddaan, guyyaa immoo duumessaan isinitti ni mulʼate.+