LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 6:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 “‘Seerri aarsaa midhaanii kana dha:+ Isin warri ilmaan Aaron taatan, iddoo aarsaa fuulduratti Yihowaa duratti isa ni dhiheessitu.

  • Lakkoofsa 28:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 “‘Jalqaba jiʼa hundumaatti* jibicha mudaa hin qabne lama, korbeessa hoolaa tokkoo fi hoolota xobbaallaa kormaa mudaa hin qabnee fi waggaa tokko taʼan torba aarsaa gubamu gootanii Yihowaadhaaf ni dhiheessitu;+ 12 tokkoon tokkoon jibicha sanaatiif aarsaa midhaanii+ daakuu bullaaʼaa zayitiidhaan makame safartuu tokko keessaa harka kudhan keessaa harka sadii, korbeessa hoolaa sanaaf aarsaa midhaanii daakuu bullaaʼaa zayitiidhaan makame safartuu tokko keessaa harka kudhan keessaa harka lama,+

  • Lakkoofsa 29:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Kanas aarsaa gubamu isa jiʼa jiʼaan dhihaatuu fi aarsaa midhaanii isaa,+ akkasumas aarsaa gubamu isa yeroo hundumaa dhihaatuu fi aarsaa midhaanii+ isaa, aarsaawwan dhugaatii+ isaanii wajjin akkuma yeroo hundumaa godhamutti aarsaa urgaan isaa gammachiisuu* fi Yihowaadhaaf ibiddaan dhihaatu sana irratti dabaltanii ni dhiheessitu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi