LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 17:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Biyya nama biyya ormaa taatee keessa jiraatte,+ jechuunis guutummaa biyya Kanaʼaan sii fi sanyii kee warra si booda dhufaniif dhaala dhaabbataa taʼe godhee nan kenna; Waaqa isaaniis nan taʼa.”+

  • Baʼuu 29:45
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 45 Saba Israaʼel gidduu nan jiraadha; Waaqa isaaniis nan taʼa.+

  • Leewwota 25:38
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 Ani Waaqa keessan Yihowaa isa biyya Kanaʼaan isiniif kennuuf, akkasumas Waaqa keessan taʼuu koo mirkaneessuuf+ biyya Gibxiitii isin baase sana dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi