-
Baʼuu 16:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Museen itti fufuudhaan, “Galgala Yihowaan akka nyaattaniif foon yommuu isiniif kennuu fi akka quuftaniifis daabboo yommuu isiniif kennu, Yihowaan isin isa irratti gungumuu keessan akka dhagaʼe ni hubattu. Garuu nuti eenyu? Isin kan gungumtan nu irratti utuu hin taʼin Yihowaa irratti dha”+ isaaniin jedhe.
-