LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 12:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Dhuma irrattis Saamuʼel Israaʼelota hundumaatiin akkana jedhe: “Kunoo, ani wanta isin na gaafattan hundumaa godheera;* mootii isin bulchus isiniif muudeera.+

  • 1 Saamuʼel 12:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Kunoo, amma ani isin dura dhaabbadheera. Yihowaa fi isa inni dibe+ duratti ana irratti ragaa baʼaa: Ani qotiyyoo yookiin harree eenyuun fudhadhe?+ Eenyuunan gowwoomse? Yookiin eenyuunan miidhe? Murtii jalʼisuuf jedhee eenyu harkaan mattaʼaa fudhadhe?+ Yoon fudhadheera taʼe, isiniif nan deebisa.”+

  • Hojii Ergamootaa 20:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Ani meetii yookiin warqii yookiin uffata nama tokkoo illee hin hawwine.+

  • 2 Qorontos 7:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Garaa keessan keessatti iddoo nuuf kennaa.+ Nuti eenyu irratti iyyuu balleessaa hin hojjenne, eenyuun iyyuu hin miine, eenyu irraa iyyuu faayidaa sirrii hin taane hin fudhanne.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi