LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 3:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Ati Aaronii fi ilmaan isaa ni muudda; isaanis itti gaafatamummaa luboota taʼuudhaan qaban ni raawwatu;+ namni isaaf hin heyyamamne* kam iyyuu achitti yoo dhihaate haa ajjeefamu.”+

  • Lakkoofsa 3:38
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 Godoo qulqulluu fuuldura gara kallattii bahaatti, jechuunis dunkaana walgaʼii fuuldura gara aduun baatuun kan buufatan Musee, Aaronii fi ilmaan isaa turan. Kun dirqama isaan Israaʼelotaaf raawwatan waan taʼeef, iddoo qulqulluu sana kunuunsuuf itti gaafatamummaa qabu turan. Namni isaaf hin heyyamamne* kam iyyuu yoo achitti dhihaate ni ajjeefama.+

  • Lakkoofsa 16:45
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 45 “Namoota nana, ani hatattamaan haxaaʼee akkan isaan balleessuuf,+ yaaʼii kana gidduudhaa adda of baasaa.” Yeroo kanatti isaan adda isaaniitiin lafatti gombifaman.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi