LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 10:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Boodas ilmaan Aaron kan taʼan Naadaabii fi Abihuun+ qodaa ibiddaa fuudhanii ibidda erga itti naqanii booda ixaana+ isa irra kaaʼan. Achiis Yihowaa duratti ibidda isa hin heyyamamne,+ jechuunis isa inni akka raawwatan isaan hin ajajne dhiheessuu jalqaban. 2 Yeroo kanatti ibiddi Yihowaa biraa baʼee isaan nyaate;+ kanaafuu, isaan Yihowaa duratti ni duʼan.+

  • Lakkoofsa 11:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yeroo kanatti sabichi Yihowaa duratti akka malee gungumuu jalqabe. Yihowaanis yommuu kana dhagaʼutti aariin isaa ni bobaʼe; ibiddis Yihowaa biraa dhufee isaan irratti bobaʼuu fi qarqara buufatichaatti namoota tokko tokko nyaachuu jalqabe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi