- 
	                        
            
            1 Saamuʼel 2:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
28 Inni luba taʼee akka na tajaajiluuf, gara iddoo aarsaa kootti ol baʼee+ aarsaawwan akka dhiheessuuf, ixaana akka aarsuu* fi ana duratti efuudii akka uffatuuf gosoota Israaʼel hundumaa keessaa filatamee ture;+ anis aarsaawwan Israaʼelonni* ibiddaan dhiheessan hundumaa mana abbaa keetiif kenneen ture.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Ibroota 5:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
4 Namni tokko akkuma Aaron+ yoo Waaqayyo isa waame malee, ulfina kana fedhii mataa isaatiin fudhachuu hin dandaʼu.
 
 -