LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 28:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 “Obboleessi kee Aaronii+ fi ilmaan isaa+ Naadaab, Abihuun,+ Eleʼazaarii fi Itaamaar+ luboota akka naa taʼaniif+ Israaʼelota keessaa waami.

  • Leewwota 8:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Dhuma irratti zayitii dibataa sana irraa muraasa isaa mataa Aaron irratti dhangalaase; isa qulqulleessuufis isa dibe.+

  • Lakkoofsa 17:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Uleen nama ani filadhuu+ ni lata; anis gungummii Israaʼelonni ana irrattii+ fi isin irratti gunguman+ nan dhaabsisa.”

  • Lakkoofsa 17:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Guyyaa itti aanutti Museen yommuu gara dunkaana Dhugaa Baatuu sanaatti seenu, kunoo, uleen Aaron inni mana Leewwii bakka buʼu latee, daraaree, abaaboo baafatee fi firii almoondii bilchaate godhatee ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi