-
Lakkoofsa 11:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Yeroo kanatti sabichi Yihowaa duratti akka malee gungumuu jalqabe. Yihowaanis yommuu kana dhagaʼutti aariin isaa ni bobaʼe; ibiddis Yihowaa biraa dhufee isaan irratti bobaʼuu fi qarqara buufatichaatti namoota tokko tokko nyaachuu jalqabe.
-
-
Lakkoofsa 16:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Kanaan kan kaʼes, atii fi deggertoonni kee warri walitti qabamanii jiran hundi Yihowaa mormitaniittu. Aaron irratti kan gungumtan hoo inni eenyu taʼee ti?”+
-