Keessa Deebii 3:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Gara fiixee Phisgaatti ol baʼiitii,+ gara dhihaa, gara kaabaa, gara kibbaa fi gara bahaa ilaali; ati Yordaanosiin waan hin ceeneef, biyyattii ijuma keetiin ilaali.+ Keessa Deebii 34:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Achiis Museen gammoojjii Moʼaab irraa kaʼee gara Gaara Neboo+ isa fiixee Phisgaa+ irratti, Yerikoo+ fuulleetti argamutti ol ni baʼe. Yihowaanis guutummaa biyyattii, jechuunis Giiliyaadii hamma Daanitti,+
27 Gara fiixee Phisgaatti ol baʼiitii,+ gara dhihaa, gara kaabaa, gara kibbaa fi gara bahaa ilaali; ati Yordaanosiin waan hin ceeneef, biyyattii ijuma keetiin ilaali.+
34 Achiis Museen gammoojjii Moʼaab irraa kaʼee gara Gaara Neboo+ isa fiixee Phisgaa+ irratti, Yerikoo+ fuulleetti argamutti ol ni baʼe. Yihowaanis guutummaa biyyattii, jechuunis Giiliyaadii hamma Daanitti,+