LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 10:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Ilmaan Seem, Eelaam,+ Ashuur,+ Arfaaksaad,+ Luudii fi Aaraam+ turan.

  • Lakkoofsa 22:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Innis gara Balaʼaam ilma Beʼor isa Phetoor+ ishii biyya dhalootaa isaa keessa Lagicha* biratti argamtu sana keessa jiraatutti ergamtoota ni erge. Akkana jedhees isatti ni dhaame: “Kunoo, sabni tokko biyya Gibxii keessaa baʼee dhufeera. Fuula* lafaas uwwiseera;+ asuma na fuuldura jiraachaa jira.

  • Keessa Deebii 23:3, 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 “Namni biyya Amoon yookiin namni biyya Moʼaab gara gumii Yihowaatti hin seenin.+ Hamma dhaloota kurnaffaatti illee sanyii isaanii keessaa eenyu iyyuu matumaa gara gumii Yihowaatti hin seenin. 4 sababiin isaas, isaan yommuu isin biyya Gibxii keessaa baatanii deemaa turtanitti nyaataa fi bishaan isiniif kennuudhaan isin hin gargaarre;+ akkasumas Bala’aam ilmi Be’or inni nama biyya Phetoor ishii Mesophotaamiyaa taʼe akka si abaaru sitti bitaniiru.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi