LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 8:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 “Ati garuu Waaqa kee Yihowaa yoo irraanfatte, waaqolii kan biroo duukaa yoo buute, yoo isaan tajaajiltee fi isaaniif yoo sagadde, dhugumaan akka balleeffamtan ani harʼa isin irratti ragaa nan baʼa.+

  • Iyyaasuu 23:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Taʼus, waadaawwan gaggaariin Waaqni keessan Yihowaan isiniif gale hundi akkuma isiniif raawwatamanitti,+ Yihowaan dhaʼichawwan akka fidu dubbate hundumaa* isin irratti fidee biyya Waaqni keessan Yihowaan isiniif kenne kana irraa haxaaʼee isin ni balleessa.+

  • 1 Saamuʼel 12:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Mata jabinaan wanta hamaa hojjechuu keessan yoo itti fuftan garuu, isinis taatan mootiin keessan+ haxaaʼamtanii balleeffamtu.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi