Faarfannaa 78:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Sana booda isaan akka abbootii isaanii,Dhaloota didaa fi fincilaa,+Dhaloota garaan isaa walaallammii taʼe,*+Isa hafuurri isaa Waaqayyoof amanamaa hin taane hin taʼan. Luqaas 9:41 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 41 Yesuusis deebisee, “Dhaloota amantii hin qabnee fi micciiramaa+ nana, hanga yoomiittan isinii wajjin tura? Hanga yoomiittanis isiniif obsa? Ilma kee as fidi”+ jedhe.
8 Sana booda isaan akka abbootii isaanii,Dhaloota didaa fi fincilaa,+Dhaloota garaan isaa walaallammii taʼe,*+Isa hafuurri isaa Waaqayyoof amanamaa hin taane hin taʼan.
41 Yesuusis deebisee, “Dhaloota amantii hin qabnee fi micciiramaa+ nana, hanga yoomiittan isinii wajjin tura? Hanga yoomiittanis isiniif obsa? Ilma kee as fidi”+ jedhe.