LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 32:20-22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Museenis akkana jedhee isaaniif deebise: “Taanaan akkana godhaa: Yihowaa duratti waraanaaf hidhadhaa;+ 21 Yommuu inni diinota isaa of duraa ariʼutti+ tokkoon tokkoon keessan waraanaaf yoo hidhattanii fi Yihowaa dura Yordaanos gamatti yoo ceetan, 22 hamma biyyattiin Yihowaadhaaf bitamtuttis+ akkana yoo gootan, sana booda deebiʼuu ni dandeessu;+ Yihowaa fi Israaʼel durattis yakka irraa bilisa ni taatu. Biyyi kunis Yihowaa duratti dhaala keessan ni taati.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi