23 Kanaafuu, akkuma Yihowaan Museedhaaf waadaa galetti+ Iyyaasuun guutummaa biyyattii toʼannaa isaa jala galfate; achiis biyyattiin gosoota sana gidduutti akka hihiramtuuf akka qooda qooda isaaniitti gosoota Israaʼeliif dhaalaan ni kenne.+ Biyyattiinis waraana irraa boqonnaa argatte.+