LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 14:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Yihowaan iyyuu ofuma isaatiin isiniif ni lola;+ isin calluma jedhaa dhaabbadhaa.”

  • Baʼuu 15:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Yihowaan loltuu humna qabeessa taʼe dha.+ Maqaan isaa Yihowaa dha.+

  • Keessa Deebii 1:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Waaqni keessan Yihowaan akkuma biyya Gibxii keessatti ija keessan duratti godhe,+ isin dura ni deema; isiniifis ni lola.+

  • Keessa Deebii 20:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 sababiin isaas, Waaqni keessan Yihowaan diinota keessan isiniif loluu fi isin oolchuuf isinii wajjin ni baʼa.’+

  • Iyyaasuu 10:42
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 42 Israaʼeliif lolaa kan ture Yihowaa Waaqa Israaʼel waan taʼeef, Iyyaasuun mootota kana hundumaa fi guutummaa biyya isaanii yeruma tokkotti ni qabate.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi