Baʼuu 6:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Ani Abrahaam, Yisihaaqii fi Yaaqoobitti Waaqa Hundumaa Dandaʼu+ taʼee mulʼachaan ture; haa taʼu malee, maqaa koo isa Yihowaa+ jedhamu guutummaatti isaaniif hin ibsine.+ Isaayyaas 42:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Ani Yihowaa dha. Maqaan koos isa kana;Ulfina koo eenyuuf iyyuu hin kennu,*Galata koos fakkiiwwan bocamaniif hin kennu.+
3 Ani Abrahaam, Yisihaaqii fi Yaaqoobitti Waaqa Hundumaa Dandaʼu+ taʼee mulʼachaan ture; haa taʼu malee, maqaa koo isa Yihowaa+ jedhamu guutummaatti isaaniif hin ibsine.+
8 Ani Yihowaa dha. Maqaan koos isa kana;Ulfina koo eenyuuf iyyuu hin kennu,*Galata koos fakkiiwwan bocamaniif hin kennu.+