LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 17:17, 18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Kanaafuu, Iyyaasuun mana Yoseefiin, jechuunis Efreemii fi Minaaseedhaan akkana jedhe: “Isin saba hedduu fi humna guddaa qabu dha. Isin kan argattan carraa tokko qofa miti;+ 18 kanaa mannaa, naannoon gaarotaas kan keessan ni taʼa.+ Iddoon isaa bosona taʼus, bosonicha ni cirtu; innis fiixee naannoo keessanii ni taʼa. Kanaʼaanonni ciccimoo fi gaariiwwan fardaa waraanaa haamtuu sibiilaa qaban* kan qaban taʼanis isin isaan ni ariitu.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi