LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 20:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 “Diinota kee loluuf gara waraanaa dhaqxee fardeen isaanii, gaariiwwan fardaa isaanii fi loltoota isaanii warra kan kee irra lakkoofsaan baayʼee caalan yommuu argitu isaaniin kan kaʼe hin sodaatin; sababiin isaas, Waaqni kee Yihowaan inni biyya Gibxii keessaa si baase sii wajjin jira.+

  • Keessa Deebii 31:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Onnadhaa, cimaas.+ Isinii wajjin kan deemu Waaqa keessan Yihowaa waan taʼeef, isaan duratti hin sodaatinaa yookiin hin romʼinaa.+ Inni isin hin dhiisu, isin hin gatus.”+

  • Iyyaasuu 13:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 jiraattota naannoo gaarotaa warra Libaanon+ irraa jalqabee hamma Misrefoot Maayimitti+ argaman hundumaa; akkasumas Siidoonota+ hundumaa. Ani Israaʼelota duraa isaan nan ariʼa.+ Akkuman si ajajettis biyya kana Israaʼeliif akka dhaalaatti hiri.+

  • Fakkeenya 21:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Fardi guyyaa waraanaatiif ni qopheeffama,+

      Fayyinni garuu Yihowaa biraa argama.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi