LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 13:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Yeroo kanatti, namni Zoraa+ maatii Daanotaa+ keessaa taʼee fi Maanoʼaa+ jedhamu tokko jira ture. Haati manaa isaa dhabduu* fi daaʼima kan hin qabne turte.+

  • Abbootii Murtii 13:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Boodas dubartittiin ilma ni deesse; maqaa isaas Saamson+ jettee moggaaste; yommuu mucichi guddachaa deemuttis Yihowaan isa eebbisuu isaa ittuma fufe.

  • Abbootii Murtii 15:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Achiis tokko tokkoon isaan rukutuudhaan* namoota hedduu ni fixe; sana booda gad buʼee holqa kattaa Etaamitti argamu tokko keessa taaʼe.

  • Abbootii Murtii 15:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Inni bara Filisxeemotaatti waggaa 20f Israaʼel irratti abbaa murtii taʼee tajaajile.+

  • Abbootii Murtii 16:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Saamsonis, “Filisxeemotaa wajjinan duʼa!” jedhee iyye. Achiis hamma humni isaa isaaf heyyame utubaawwan sana ni dhiibe; manichis gooftolii sana irrattii fi namoota manicha keessa jiran hundumaa irratti jige.+ Akka kanaan, inni warra yeroo lubbuudhaan turetti ajjeese caalaa yeroo duʼetti namoota hedduu ni ajjeese.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi