LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 49:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 “Daan+ akkuma gosoota Israaʼel keessaa isa tokkootti saba isaatiif murtii kenna.+

  • Abbootii Murtii 2:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Kanaafuu, Yihowaan abbootii murtii harka warra isaan saamanii irraa isaan oolchan isaaniif ni kaasa ture.+

  • Abbootii Murtii 13:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Israaʼelonni ammas deebiʼanii wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe raawwatan;+ Yihowaanis waggaa 40f harka Filisxeemotaatti+ dabarsee isaan kenne.

  • Abbootii Murtii 13:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Kunoo, ati ni ulfoofta, ilmas ni deessa; mucichi yeroo itti dhalatuu jalqabee* Waaqayyoof Naazricha waan taʼuuf, haadduun mataa isaa tuquu hin qabu;+ inni harka Filisxeemotaa jalaa Israaʼeliin oolchuu irratti dursa ni fudhata.”+

  • Abbootii Murtii 16:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Boodas obboloonni isaa fi guutummaan maatii abbaa isaa reeffa isaa fudhachuuf gad buʼan. Ol baasaniis iddoo awwaalchaa abbaa isaa Maanoʼaa+ isa Zoraa+ fi Eeshtaaʼol gidduutti argamu keessatti isa awwaalan. Inni waggaa 20f Israaʼel irratti abbaa murtii taʼee tajaajileera.+

  • Ibroota 11:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Kana caalaa maal jechuun dandaʼa ree? Waaʼee Giidewon,+ waaʼee Baaraaq,+ waaʼee Saamson,+ waaʼee Yiftaa,+ waaʼee Daawit,+ akkasumas waaʼee Saamuʼelii+ fi waaʼee raajota kaanii dubbachuuf yeroon na hin gaʼu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi