-
Iyyaasuu 13:1-3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Yeroo kanatti Iyyaasuun dulloomee, umuriin isaas sokkee ture.+ Kanaafuu, Yihowaan akkana isaan jedhe: “Ati dulloomteetta, umuriin kees sokkeera; taʼus biyyi dhaalaan fudhatamuu* qabu hedduun jira. 2 Biyyi hafe kana dha:+ naannoowwan guutummaa Filisxeemotaa fi guutummaa Geeshurotaa+ 3 (damee Abbayyaa* isa Gibxii irraa kallattii bahaatti* argamu irraa hamma kallattii kaabaatiin daangaa Eqroon isa naannoo Kanaʼaanotaa+ akka taʼetti ilaalamaa turetti), akkasumas gooftolii Filisxeemotaa+ shanan, jechuunis Gaazota, Ashdoodota,+ Ashqaloonota,+ Gaatotaa+ fi Eqroonota;+ naannoo Awiim+
-