2 Saamuʼel 21:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Ammas Goobitti Filisxeemotaa wajjin waraanni ni jalqabame;+ Elhaanaan ilmi Yaaʼaaree Oregim Beetaliheemichaa Goliyaad isa nama Gaat taʼe ni ajjeese; inni eeboo mukti isaa muka shammaaneen wayyaa itti maru fakkaatu qabatee ture.+
19 Ammas Goobitti Filisxeemotaa wajjin waraanni ni jalqabame;+ Elhaanaan ilmi Yaaʼaaree Oregim Beetaliheemichaa Goliyaad isa nama Gaat taʼe ni ajjeese; inni eeboo mukti isaa muka shammaaneen wayyaa itti maru fakkaatu qabatee ture.+