LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 26:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Dhuma irrattis Yihowaan harka jabaadhaan, irree diriifameen,+ gochawwan sodaachisoo taʼaniin, mallattoowwaniin, akkasumas dinqiiwwaniin biyya Gibxii keessaa nu baase.+

  • Luqaas 24:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Innis, “Wantoota akkamii?” jedhee isaan gaafate. Isaanis akkana isaan jedhan: “Wantoota Yesuus nama Naazireet,+ isa Waaqayyoo fi namoota hundumaa duratti hojii fi dubbiidhaan raajii aango qabeessa taʼe+ sana irratti raawwataman;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi