LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 4:45, 46
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 45 Yaadachiisawwan, dambiiwwanii fi heerawwan Museen Israaʼelonni biyya Gibxii keessaa erga baʼanii booda+ 46 naannoo Yordaanos keessatti, sulula isa Beet Peʼoor fuulduratti argamu keessatti,+ biyya Sihoon mootii Amoorotaa isa Heshboon+ keessa jiraachaa turee fi Musee fi Israaʼelonni biyya Gibxii keessaa erga baʼanii booda injifatan sanaa keessatti isaaniif kenne kanneen kana dha.+

  • Keessa Deebii 34:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Sana booda Museen inni tajaajilaa Yihowaa taʼe akkuma Yihowaan jedhetti achuma biyya Moʼaab keessatti ni duʼe.+ 6 Innis sulula isa biyya Moʼaab keessa, Beet Peʼoor gamatti argamu keessatti isa ni awwaale; hamma harʼaatti awwaalli isaa eessa akka taʼe namni beeku hin jiru.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi