Yihudaa 9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Haa taʼu malee, Mikaaʼel+ hogganaan maleekotaa+ illee, waaʼee reeffa Musee+ irratti Diyaabilosii wajjin yeroo wal falman, “Yihowaan* si haa ifatu”+ jedhe malee dubbii arrabsootiin itti murteessuuf hin onnanne.+
9 Haa taʼu malee, Mikaaʼel+ hogganaan maleekotaa+ illee, waaʼee reeffa Musee+ irratti Diyaabilosii wajjin yeroo wal falman, “Yihowaan* si haa ifatu”+ jedhe malee dubbii arrabsootiin itti murteessuuf hin onnanne.+