-
Lakkoofsa 35:22-24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 “‘Haa taʼu malee, kan isa darbate utuu itti hin yaadin yoo taʼee fi isa jibbee miti taanaan yookiin wanta tokko kan isatti darbate hamminaan kakaʼee* miti taanaan+ 23 yookiin utuu isa hin argin dhagaa yoo isa irra buusee fi namichi yoo duʼe, taʼus kana kan godhe diina isaa taʼee yookiin isa miidhuu barbaadee miti taanaan, 24 yaaʼichi murtoowwan kanaa wajjin haala wal simuun namicha isa rukutee fi namicha haaloo baʼu sana gidduutti murtii haa kennu.+
-