Iyyaasuu 24:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Akka kanaan ani lafa isin itti hin dadhabnee fi magaalota isin hin ijaarre isiniif nan kenne;+ isinis isaan keessa ni jiraattan. Ammas mukeetii wayinii fi mukeetii ejersaa* hin dhaabne irraa nyaachaa jirtu.’+ Faarfannaa 105:44 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 44 Biyya sabootaa isaaniif ni kenne;+Isaanis wanta namoonni kaan itti dadhabanii oomishan ni dhaalan;+
13 Akka kanaan ani lafa isin itti hin dadhabnee fi magaalota isin hin ijaarre isiniif nan kenne;+ isinis isaan keessa ni jiraattan. Ammas mukeetii wayinii fi mukeetii ejersaa* hin dhaabne irraa nyaachaa jirtu.’+
44 Biyya sabootaa isaaniif ni kenne;+Isaanis wanta namoonni kaan itti dadhabanii oomishan ni dhaalan;+